Waxabajjii 20-26
Faarfannaa 45-51
Faarfannaa 51 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Warra Garaan Isaanii Cabe hin Tuffatu”: (Daq. 10)
Far 51:1-4—Daawit Yihowaa irratti cubbuu hojjechuu isaatti gaabbeera (w93-AM 3/15 10-11 key. 9-13)
Far 51:7-9—Daawit gammachuu isaa deebisee argachuuf Yihowaan dhiifama isaaf gochuu qaba (w93-AM 3/15 12-13 key. 18-20)
Far 51:10-17—Daawit, Yihowaan nama garaa isaatii yaada geddarateef dhiifama akka godhu beeka ture (w15 6/15 14 key. 6; w93-AM 3/15 14-17 key. 4-16)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Far 45:4, (NW)—Dhugaa guddaan loluufii qabnu isa kami dha? (w14 2/15 5 key. 11)
Far 48:12, 13—Caqasoonni kun dirqama akkamii akka qabnu ibsu? (w15 7/15 9 key. 13)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 49:10–50:6
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g16.2 12-13
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g16.2 12-13
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 3 key. 1—Viidiyoo jw.org irra jiruu fi Macaafa Qulqulluu kan Barreessise Eenyu Dha? jedhamu beeksisuudhaan xumuri
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 44
“Mootummichi Waggaa 100 Lakkoofsiseera”: (Daq. 15) Viidiyoo Mootummichi Waggaa 100 Lakkoofsiseera jedhamu irratti hundaaʼee gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu. (WANTOOTA QOPHAAʼAN > VIIDIYOO jalaa ilaali.) Akka seensaatti viidiyoo jw.org irra jiru kana kutaa “Barumsa Guyyaa Tokkotti Kenname” jedhu utuu hin dabalatin taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 8 key. 1-16
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 24 fi Kadhannaa