Waxabajjii 27–Adoolessa 3
Faarfannaa 52-59
Faarfannaa 38 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Wanta Yaada Sitti Taʼu Yihowaatti Gatii Dhiisi”: (Daq. 10)
Far 55:2, 4, 5, 16-18—Daawit yeroo garaa garaatti dhiphinni guddaan isa irra gaʼee ture (w06-AM 6/1 11 key. 3; w96-AM 4/1 27 key. 2)
Far 55:12-14—Ilmi isaa fi michuun isaa inni amanu tokko Daawit irratti koratanii turan (w96-AM 4/1 29 key. 6)
Far 55:22—Daawit, Yihowaan akka isa gargaaru amanannaa qabu ibseera (w06-AM 6/1 11 key. 4; w99-AM 3/15 22-23)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Far 56:8—Yaadni “Imimmaan koo qodaa safaraa keetti walitti qabi!” jedhu hiika maalii qaba? (w09-AM 6/1 29 key. 1; w08-AM 10/1 26 key. 3)
Far 59:1, 2—Muuxannoon Daawit waaʼee kadhannaa maal nu barsiisa? (w08 3/15 14 key. 13)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 52:1–53:6
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Tiraaktota keenya keessaa tokko kenni. Koodii fuula dhumaa irratti argamu itti argisiisi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Nama tiraaktii fudhateef akkamitti deddeebiin gaaffii akka godhamu hojiin argisiisaan dhiheessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 3 key. 2-3—Viidiyoo jw.org/om irra jiruu fi Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Taʼuu Isaa Akkamitti Beekna? jedhamu beeksisuudhaan xumuri.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 6
Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa: (Daq. 7)
“Waaqayyo Gargaaraa Koo Ti”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Obboloonni hundi yaada kennamu irraa dhuunfaatti akka fayyadamaniif, gaaffiiwwan tarreeffaman irratti hamma dandaʼame yaada hedduu akka kennan godhi. (Rom 1:12) Babalʼistoonni yommuu rakkoon isaan mudatu Dubbii Waaqayyoo irraa gargaarsa argachuuf Barreeffama Qorannaatti akka fayyadaman jajjabeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 8 key. 17-27, irra deebii boqonnichaa
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 43 fi Kadhannaa