Waxabajjii 6-12
Faarfannaa 34-37
Faarfannaa 1 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaa Amanadhu, Wanta Gaarii Taʼes Hojjedhu”: (Daq. 10)
Far 37:1, 2—Yihowaa tajaajiluu irratti malee, milkaaʼina jalʼoonni waan argatan fakkaatu irratti hin xiyyeeffatinaa (w03-AM 12/1 9-10 key. 3-6)
Far 37:3-6—Yihowaa amanadhu, wanta gaarii taʼes hojjedhu, eebba ni argatta (w03-AM 12/1 10-12 key. 7-15)
Far 37:7-11—Hanga Yihowaan hamoota balleessutti obsaan eeggadhu (w03-AM 12/1 13 key. 16-20)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Far 34:18—Yihowaan namoota ‘garaan isaanii cabee fi yaadni isaanii caccabee bullaa’e’ akkamitti ilaala? (w11 7/1 12)
Far 34:20—Raajiin kun Yesuus irratti kan raawwatame akkamitti? (w13 12/15 21 key. 19)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 35:19–36:12
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda taphachiisi; achiis yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Ittiin lixa mataa isaanii akka qopheeffatan babalʼistoota jajjabeessi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Faarfannaa 45
“Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu —Barsiisuuf Viidiyoowwanitti Fayyadamuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Qabxiiwwan mata duree xiqqaa “Kana Gochuu Kan Dandeenyu Akkamitti?” jedhu jala jiran fakkeenyaan ibsuuf, jw.org/om jalaa viidiyoo Kitaaba Qulqulluu kan Barreessise Eenyu Dha? jedhutti fayyadami. (WANTOOTA QOPHAAʼAN > KITAABOTAA FI BIROOSHUROOTA jalaa ilaali. Achiis birooshura Misiraachoo itti argisiisi. Viidiyoon kun barumsa mata duree “Dhugumaan Misiraachoon Kun Waaqayyo Biraa Dhufee?” jedhu qabu jalaa argama.)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 7 key. 1-14
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 41 fi Kadhannaa