Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Caamsaa 23-29

Faarfannaa 19-25

Caamsaa 23-29
  • Faarfannaa 43 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) bh—Moobaayilii kee irraa caqasa dubbisiif.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) bhJW Library irraa caqasa gaaffii namni haasofsiistu sun kaaseef deebii taʼu argachuuf isa search jedhutti fayyadami.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 129-130 key. 11-12—Baratichi JW Library fayyadamee qoʼannaadhaaf qophaaʼuu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe gabaabsii itti argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 55

  • Karaawwan JW Library Fayyadamuun Itti Dandaʼamu—Kutaa 2: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluu Garagalfachuu fi itti Fayyadamuu, akkasumas Kitaaba Qulqulluu ykn Barreeffamoota Keessaa Barbaaduu jedhu taphachiisiitii irratti mariʼadhaa. Achiis mata duree xiqqaa isa dhumaa irratti mariʼadhaa. Karaawwan dabalataa JW Library tajaajila irratti itti fayyadaman akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 6 key. 1-14

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 139 fi Kadhannaa