Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 19-25

Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Balʼinaan Ibsan

Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Balʼinaan Ibsan

CAQASA

RAAJII

RAAWWII ISAA

Faarfannaa 22:1

Waaqayyo kan isa dhiise fakkaata

Maatewos 27:46; Maarqos 15:34

Faarfannaa 22:7, 8

Utuu muka irratti fannifamee jiruu isatti gaʼisama

Maatewos 27:39-43

Faarfannaa 22:16

Muka irratti mismaaraan rukutama

Maatewos 27:31; Maarqos 15:25; Yohaannis 20:25

Faarfannaa 22:18

Uffata isaa irratti muka buufatu

Maatewos 27:35

Faarfannaa 22:22

Maqaa Yihowaa labsuu irratti dursa fudhata

Yohaannis 17:6