Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Caamsaa 16-22

Faarfannaa 11-18

Caamsaa 16-22
  • Faarfannaa 27 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Godoo Yihowaa Keessa Eenyutu Buufata?”: (Daq. 10)

    • Far 15:1, 2—Garaa keenya keessatti dhugaa dubbachuu qabna (w03-AM 8/1 ful. 13 key. 18; w89-E 9/15 ful. 26 key. 7)

    • Far 15:3—Wanta qajeelaa dubbachuu qabna (w89-E 10/15 ful. 12 key. 10-11; w89-E 9/15 ful. 27 key. 2-3; w14 2/15 ful. 23 key. 10-11)

    • Far 15:4, 5—Jireenya keenya keessatti kallattii hundaan amanamoo taʼuu qabna (w06 5/15 ful. 19 key. 4; w89-E 9/15 ful. 29-30; it-1-E ful. 1211 key. 3)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Far 11:3—Hiikni caqasa kanaa maali dha? (w06 5/15 ful. 18 key. 3; w05-AM 5/15 ful. 32 key. 2)

    • Far 16:10—Raajiin kun Yesuus Kiristoos irratti kan raawwatame akkamitti? (w11 8/15 ful. 16 key. 19; w05-AM 5/1 14 key. 9)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 18:1-19

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g16.2 12-13—Moobaayilii kee irraa caqasa dubbisiif.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g16.2 12-13—Nama afaan biraa dubbatuuf JW Library irraa afaan isaatiin caqasoota dubbisiif.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 100-101 key. 10-11.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 42

  • Karaawwan JW Library Fayyadamuun Itti Dandaʼamu—Kutaa 1: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoowwan Kutaa Bookmarks” Jedhu Qindeeffachuu fi itti Fayyadamuu, akkasumas Kutaa “History” Jedhutti Fayyadamaa jedhaman taphachiisiitii irratti mariʼadhaa. Achiis mata duricha keessaa mata dureewwan xiqqaa jalqabaa lamaan irratti mariʼadhaa. Karaawwan dabalataa JW Library qoʼannaa dhuunfaa fi walgaʼiiwwan gumii irratti itti fayyadaman akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 5 key. 14-26, irra deebii ful. 57

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 50 fi Kadhannaa