Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Caamsaa 30–Waxabajjii 5

Faarfannaa 26-33

Caamsaa 30–Waxabajjii 5
  • Faarfannaa 23 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Ija Jabina Argachuuf Yihowaatti Amanamaa”: (Daq. 10)

    • Far 27:1-3—Yihowaan akkamitti ifa keenya akka taʼe yaaduun ija jabina nuu kenna (w12 7/15 ful. 22-23 key. 3-6)

    • Far 27:4—Waaqeffannaa dhugaatiif dinqisiifannaa qabaachuun nu cimsa (w12 7/15 ful. 24 key. 7)

    • Far 27:10—Yihowaan, namoonni kaan tajaajiltoota isaa yeroo dhiisanitti isaan gargaaruuf qophaaʼaa dha (w12 7/15 ful. 24 key. 9-10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Far 26:6—Akkuma Daawit iddoo aarsaa Yihowaa fakkeenyaan naannaʼuu kan dandeenyu akkamitti? (w06-AM 5/15 ful. 19 key. 11)

    • Far 32:8—Yihowaa irraa hubannaa argachuun faayidaa inni qabu keessaa tokko maalii dha? (w09 7/1 ful. 25 key. 3)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 32:1–33:8

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) kt—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gadi) Nama maamila barruu kee taʼe tokkotti viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu JW Library irraa itti argisiisuudhaan, Kitaaba Qulqulluu akka qoʼatu afeeruun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe hojiin argisiisaan dhiheessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) jl barumsa 9—Walgaʼiidhaaf qophaaʼuuf JW Library fayyadamuu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe nama Kitaaba Qulqulluu qoʼachiistutti gabaabsii itti argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 1

  • Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa: (Daq. 15) Akka filannaatti barumsa Kitaaba Waggaa irraa argannu irratti mariʼachuu dandeessu. (yb16 112-113; 135-136)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 6 key. 15-23, saanduqa ful. 65, irra deebii ful. 67

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 6 fi Kadhannaa