Caamsaa 9-15
Faarfannaa 1-10
Faarfannaa 30 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaa Wajjin Nagaa Uumuun Ilma Isaa Yesuusiif Ulfina Kennuu Gaafata”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Faarfannaa jedhamu taphachiisi.]
Far 2:1-3—Yihowaa fi Yesuus akka jibbaman raajiin dubbatameera (w04-AM 7/15 ful. 16-17 key. 4-8; it-1-E ful. 507; it-2-E ful. 386 key. 3)
Far 2:8-12—Namoota Mootii Yihowaan dibeef ulfina kennan qofatu jireenya argata (w04-AM 8/1 ful. 5 key. 3-4)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Far 2:7—“Seerrata [“labsii,” NW] Waaqayyoo” kan jedhame maali dha? (w06-AM 5/15 ful. 17 key. 6)
Far 4:4—“Yeroo gab jettanii siree keessan irra jirtanitti, kana garaa keessanitti itti yaadaa!” jechuun maal jechuu dha? (w11 5/15 ful. 31 key. 18)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Far 8:1–9:10
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Fuula jalqabaa g16.2—Moobaayilii kee irraa caqasa dubbisiif.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Fuula jalqabaa g16.2—Namni haasofsiistu sun qubeen Kitaaba Qulqulluu baayʼee xiqqoo akka taʼe dubbata. JW Library fayyadamuudhaan caqasicha itti argisiisi; achiis text settings isa jedhutti fayyadamii qubee isaa guddisiif.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 12 key. 12-13—Baratichi JW Library moobaayilii isaa irratti akka garagalfatu jajjabeessi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Mana Yihowaatiif Ulfina Kenni: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Jw.org irraa viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—Mana Yihowaatiif Ulfina Kenni jedhu taphachiisi. (WANTOOTA QOPHAAʼAN > VIIDIYOOWWAN jalaa ilaali.) Achiis ijoollee gara waltajjiitti afeeruudhaan viidiyicha ilaalchisee gaaffii isaan gaafadhu.
Maqaa Waaqayyoo Caaffata Qulqullaaʼoo Afaan Ibrootaa Keessatti: (Daq. 10) Haasaa buukleetii Barreeffama Dubbii Waaqayyoo Qayyabachuuf Gargaaru, Kutaa 1 irratti hundaaʼee dhihaatu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 5 key. 1-13
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 4 fi Kadhannaa