Yihowaa Wajjin Nagaa Uumuun Ilma Isaa Yesuusiif Ulfina Kennuu Gaafata
Yihowaa fi Yesuus akka jibbaman raajiin dubbatameera
-
Saboonni aangoo Yesuus amananii fudhachuu mannaa, aangoo isaaniitti akka cichan raajiin dubbatameera
-
Raajiin kun yeroo Yesuus lafa irra turetti kan raawwatame siʼa taʼu, yeroo ammaatti immoo caalaatti raawwatamaa jira
-
Faarfatichi saboonni wanta gatii hin qabne akka yaadan, jechuunis kaayyoon isaanii faayidaa akka hin qabnee fi milkaaʼina akka hin arganne dubbateera
Namoota Mootii Yihowaan dibeef ulfina kennan qofatu jireenya argata
-
Namoonni Mootii Mootummaa Masiihichaa morman hundi ni balleeffamu
-
Namoonni Ilmaaf, jechuunis Yesuusiif ulfina kennuudhaan tasgabbii fi nagaa argachuu dandaʼu