Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya Taʼu

Maree Fakkeenya Taʼu

Dhugaa Baʼuu *

Gaaffii: Rakkinni nu irra gaʼu adaba Waaqayyo akka hin taane akkamitti beekna?

Caqasa: Yaq 1:13

Yeroo Itti Aanuuf: Rakkinni kan nu irra gaʼu maaliifi?

Deddeebii Gaaffii *

Gaaffii: Rakkinni kan nu irra gaʼu maaliifi?

Caqasa: 1Yo 5:19

Yeroo Itti Aanuuf: Rakkina nu irra gaʼu ilaalchisee Waaqayyotti maaltu dhagaʼama?

^ ^ Gaaffii fi yeroo itti aanuuf isa jedhu, akkasumas yoomessa isaa akka naannoo keessaniif taʼutti jijjiiruu dandeessu.