Caamsaa 16-22
2 SAAMUʼEL 1-3
Faarfannaa 103 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“‘Iddaa’ Irraa Maal Baranna?”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Sa 1:26—Daawit Yonaataaniin “obboleessa koo” jedhee kan waame maaliif taʼuu dandaʼa? (it-1-E 369 key. 2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 3:1-16 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Kitaaba Qulqulluu tola akka barsiisnu ibsiif, akkasumas kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 20)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 04 qabxii 5 fi Namoonni Tokko Tokko Akkana Jedhu (th qoʼannaa 19)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Jaalalli . . . Jalʼinatti hin Gammadu”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wanta Jaalalli Godhuu fi Wanta Jaalalli hin Goone Yaadadhaa—Jalʼinatti hin Gammadu jedhamu taphachiisi.
“Jaalalli . . . Waan Hundumaa Abdata”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wanta Jaalalli Godhuu fi Wanta Jaalalli hin Goone Yaadadhaa—Waan Hundumaa Abdata jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 04
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 2 fi Kadhannaa