Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Iddaa” Irraa Maal Baranna?

“Iddaa” Irraa Maal Baranna?

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 2 Saamuʼel jedhamu taphachiisi.]

Namoota aangoo qabaniif kabaja akka qabdu argisiisi (2Sa 1:17, 18, 23, 24; w00-AM 6/15 13 key. 9)

Michoota keetiif amanamaa taʼi (2Sa 1:25, 26; w12 4/15 10 key. 8)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Jaarsolii gumii akkan kabaju argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti? Obbolootaa fi obboleettota kootiif amanamaa akkan taʼe argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?’