Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Caamsaa 2-8

1 SAAMUʼEL 27-29

Caamsaa 2-8

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Tooftaa Waraanaa Daawit”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Sa 28:15—Saaʼol yeroo kanatti kan arge eenyuun ture? (w10-AM 1/1 20 key. 5-6)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 27:1-12 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 129

  • Ariʼatama Dandamatanii Dhaabbachuu: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Obboloota keenya Naazii Jarman keessa turan irraa maal baranna? Obboloota keenya Raashiyaa fi Tokkummaa Sooviyeet duraanii keessa turan irraa maal baranna?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 02

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 94 fi Kadhannaa