BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Tooftaa Waraanaa Daawit
Daawit iddoo Saaʼol jalaa miliquu itti dandaʼu argachuuf yaaleera (1Sa 27:5-7; it-1-E 41)
Daawit daangaa Yihudaa eegeera (1Sa 27:8, 9; w21.03 4 key. 8)
Daawit Akiishitti kan himu wanta godhu hunda hin turre (1Sa 27:10-12; it-2-E 245 key. 6)
Yeroo harʼaatti, abbootiin taayitaa hojii keenya daangessuu fi waaʼee obboloota keenyaa nu gaafachuu dandaʼu taʼa. Yeroo akkasiitti obboloota keenya balaadhaaf akka hin saaxilleef callisuun keenya gaariidha.—Fak 10:19; 11:12; Lal 3:7.