Caamsaa 23-29
2 SAAMUʼEL 4-6
Faarfannaa 135 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaa Akka hin Gaddisiisne Sodaa Sirrii Qabaadhu”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Sa 6:8, 9—Wanta Daawit yeroo Yihowaan aaretti godhe irraa maal baranna? (w96-AM 4/1 29 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 4:1-12 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 9)
Haasaa: (Daq. 5) w05-AM 10/1 23-24 key. 14-15—Mata Duree: “Waaqayyoon Sodaadhaa, Ulfinas Isaaf Kennaa.”—Mul 14:7. (th qoʼannaa 19)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Jeequmsa Uummataa Dandamachuuf Qophooftaniittuu?”: (Daq. 15) Jaarsa gumiitiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Balaadhaaf Qophoofteettaa? jedhamu taphachiisi. Yaadachiisa waajjirri damee fi qaamni jaarsolii kennan yoo jiraate dubbadhu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 05
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 96 fi Kadhannaa