BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yihowaa Akka hin Gaddisiisne Sodaa Sirrii Qabaadhu
Kaka’umsa gaarii qabaachuun qofti wanta Yihowaan nu irraa barbaadu akka hin raawwanne sababa hin ta’u (2Sa 6:3-5; w05-AM 5/15 17 key. 7)
Uuzaan Seera Waaqayyoo cabseera (2Sa 6:6; w05-AM 2/1 27 key. 20)
Yihowaan gocha isaa isa kabaja hin qabneef Uuzaa adabeera (2Sa 6:7; w05-AM 2/1 27 key. 21)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yihowaa gaddisiisuu akkan sodaadhu jireenya koo keessatti argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?’—Fak 3:7