Caamsaa 30–Waxabajjii 5
2 SAAMUʼEL 7-8
Faarfannaa 22 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Daawitii Wajjin Kakuu Gale”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Sa 8:2—Daawit Moʼaabota injifachuun isaa raajiin inni kam akka raawwatamu godhe? (it-2-E 206 key. 2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 7:1-17 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami; akkasumas haala yeroo ammaatti jiruu wajjin walqabsiisii dubbadhu. Barreeffama yaada namni haasofsiistu kaase ibsu tokko kenniif. (th qoʼannaa 13)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi; akkasumas haala yeroo ammaatti jiruu wajjin walqabsiisii dubbadhu. Kitaaba Qulqulluu tola akka barsiisnu ibsiif, akkasumas kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 18)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 04 maal baratte, irra deebii fi galma (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)
“Haala Yeroo Ammaatti Jiru Tajaajila Keessan Irratti Fayyadamaa”: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 06
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa Haaraa Walgaʼii Naannoo 2022tiif Qophaaʼee fi Kadhannaa