Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Daawit kakuu Yihowaan isaa wajjin galee irratti xiinxalaa jira

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Daawitii Wajjin Kakuu Gale

Yihowaan Daawitii Wajjin Kakuu Gale

Yihowaan mootummaa dhala dhala isaatti darbu akka isaaf hundeessu Daawitiif waadaa gale (2Sa 7:11, 12, milj.; w10 4/1 20 key. 3; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Waadaa Yihowaan Daawitiif gale keessaa kutaawwan tokko tokko Masiihicha irratti raawwatamu (2Sa 7:13, 14; Ibr 1:5; w10 4/1 20 key. 4)

Faayidaawwan bulchiinsi Masiihichaa argamsiisu bara baraaf itti fufu (2Sa 7:15, 16; Ibr 1:8; w14 10/15 10 key. 14)

Aduu fi addeessi Masiihichi bara baraaf akka bulchu nu yaadachiisu. (Fr 89:35-37) Wantoota kana yommuu ilaaltu eebbawwan Yihowaan sii fi maatii keetiif karaa Mootummaa Isaa waadaa gale yaadi.