Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Caamsaa 9-15

1 SAAMUʼEL 30-31

Caamsaa 9-15

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Waaqa Kee Yihowaatiin Of Jabeessi”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Sa 30:23, 24—Seenaa caqasa kana irra jiru irraa maal baranna? (w05-AM 3/15 24 key. 9)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 30:1-10 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 43

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Yeroo Hunda Kadhadhu: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis kan dandaʼamu taanaan, ijoollee dursitee filatte gaaffiiwwan kana gaafadhu: Yihowaatti kadhannaa dhiheessuu kan qabnu maaliifi? Yeroowwan kadhachuuf mijataa taʼan tokko tokko yeroo akkamiiti? Kadhannaadhaan maal isatti himuu dandeessa?

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 03

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 95 fi Kadhannaa