BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Waaqa Kee Yihowaatiin Of Jabeessi
Amaaleqonni Siqlaagiin gubanii namoota achi jiraatan ni boojiʼan (1Sa 30:1, 2)
Daawitii fi namoonni isaa baayʼee dhiphatan (1Sa 30:3-5; w06 8/1 30 key. 12)
Daawit Yihowaa biraa jabina argateera (1Sa 30:6; w12 4/15 30 key. 14)
KANA IRRATTI XIINXALI: Yeroon dhiphadhutti jabina argachuuf kanan yaalu eenyu irraa ti?