Waxabajjii 13-19
2 SAAMUʼEL 11-12
Faarfannaa 121 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Fedhiiwwan Dogoggoraa Akka Si Toʼatan hin Heyyamin”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Sa 12:13—Sababiiwwan Yihowaan Daawitii fi Baat Sheebaa ajjeesuu itti dhiise tokko tokko maalfaʼi? (it-1-E 590 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 11:1-15 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu fayyadamiitii qoʼannaa akka jalqabu affeeri. (th qoʼannaa 11)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa akka jalqabu affeeri; achiis barumsa 01 qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 13)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 05 qabxii 5 (th qoʼannaa 15)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Fedhii Keessan Toʼadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Tamboo Xuuxuudhaan Of hin Gubin jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 08
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 28 fi Kadhannaa