Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Amnoon Ofittoo Taʼuun Isaa Gadda Cimaa Geessise

Amnoon Ofittoo Taʼuun Isaa Gadda Cimaa Geessise

Amnoon Taamaariin baayʼee jaallate (2Sa 13:1, 2; it-1-E 32)

Amnoon Taamaariin ni gudeede (2Sa 13:10-15; w17.09 5 key. 11)

Abishaalom, Amnooniin ajjeesise (2Sa 13:28, 29; it-1-E 33 key. 1)

Dhiirrii fi dubartiin wal qoratan tokko gadda cimaa hambisuu kan dandaʼan akkamitti? Of toʼachuudhaan, akkasumas iddoowwanii fi haalawwan dogoggora raawwachuutti isaan geessan irraa fagaachuudhaani.