Waxabajjii 27–Adoolessa 3
2 SAAMUʼEL 15-17
Faarfannaa 123 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Abishaalom Kooraan kan Kaʼe Fincileera”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Sa 16:4—Daawit ariifatee murtoo gochuun isaa maal nu barsiisa? (w18.08 6 key. 11)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 17:17-29 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 7)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 2)
Haasaa: (Daq. 5) w09 5/15 27-28—Mata Duree: Tajaajila Keessan Irratti Hinaaffaa Iitaay Argisiise Hordofaa.—2Sa 15:19-22. (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa (Daq. 5)
“Jaalalli . . . Of hin Bokoksu”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wanta Jaalalli Godhuu fi Wanta Jaalalli hin Goone Yaadadhaa—Of hin Bokoksu jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 10
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 87 fi Kadhannaa