BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Abishaalom Kooraan kan Kaʼe Fincileera
Abishaalom ofii isaaf kabaja addaa argachuu barbaade (2Sa 15:1; it-1-E 860)
Abishaalom garaa sabichaa hate (2Sa 15:2-6; w12 7/15 13 key. 5)
Abishaalom mootummaa abbaa isaa humnaan fudhachuuf yaale (2Sa 15:10-12; it-1-E 1083-1084)
Aangoo argachuuf hawwuun garaa keenya keessatti hundee akka godhatu heyyamuu hin qabnu. Kanaa mannaa yeroo hunda fedhii keessa keenya jiru qoruu qabna. Xiyyeeffannaa warra kaanii ofitti harkisuu mannaa, faayidaa isaaniif xiyyeeffannaa kennuu qabna.—Flp 2:3, 4.