Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Jaalalli . .  Of hin Bokoksu”

“Jaalalli . .  Of hin Bokoksu”

Jaalalli amala gad of qabuu akka argisiisnu nu gargaara. (1Qo 13:4) Obboloota keenya yommuu jaallannu akka isaan caallu goone hin yaadnu. Wanta gaarii isaan qaban ni hubanna akkasumas dandeettii keenya isaan gargaaruuf itti fayyadamna. (Flp 2:3, 4) Jaalala akkasii caalaatti yommuu argisiisaa deemnu, Yihowaan fedha isaa raawwachuuf caalaatti nutti fayyadama.

VIIDIYOO WANTA JAALALLI GODHUU FI WANTA JAALALLI HIN GOONE YAADADHAA—OF HIN BOKOKSU JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Abishaalom kennaawwan akkamii qaba ture?

  • Kennaawwan isaa karaa dogoggoraatiin kan fayyadame akkamitti?

  • Of bokoksuu irraa fagaachuu kan dandeenyu akkamitti?—Gal 5:26