Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Waxabajjii 6-12

2 SAAMUʼEL 9-10

Waxabajjii 6-12

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Daawit Jaalala Amanamaa Argisiiseera”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Sa 10:4, 5—Gochi Hanuun dhiirota Israaʼeliif baayʼee qaanessaa kan ture maaliifi? (it-1-E 266)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 9:1-13 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 116

  • Wanta Jaalalli Godhuu fi Wanta Jaalalli hin Goone Yaadadhaa—Gaarummaa ni Argisiisa: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan kana dhaggeeffattoota gaafadhu: Daawit Mefibosheetitti gaarummaa kan argisiise akkamitti? Gaarummaa fi jaalala amanamaa warra kaanitti argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 10) Viidiyoo jiʼa Waxabajjiitiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 07

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3

  • Faarfannaa 1 fi Kadhannaa