Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Daawit Jaalala Amanamaa Argisiiseera

Daawit Jaalala Amanamaa Argisiiseera

Daawit nama jaalala amanamaa itti argisiisu tokko argachuu barbaadee ture (2Sa 9:1; w06-AM 6/15 14 key. 6)

Daawit Mefibosheet gargaaruuf dafee tarkaanfii fudhateera (1Sa 20:15, 42; 2Sa 9:5-7; w05-AM 5/15 17 key. 11)

Daawit dhaala Mefibosheet akka isaaf bulchuuf Ziibaa ramadeera (2Sa 9:9, 10; w02-AM 2/15 14 key. 10)

Daawit waadaa Yonaataaniif gale hin irraanfanne. Obboloota keenyatti jaalala amanamaa argisiisuu qabna.—Fr 41:1, 2; Fak. 19:17.