Caamsaa 1-7
2 SEENAA BARAA 17-19
Faarfannaa 114 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Warra Kaan Akka Yihowaan Isaan Ilaalutti Ilaali”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Se 17:9—Duula barsiisuu Yoshaafaax gurmeesse irraa maal baranna? (w17.03 20 key. 10-11)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Se 17:1-19 (th qoʼannaa 11)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Kitaaba Qulqulluu—Rom 15:4 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 18)
Haasaa: (Daq. 5) w21.05 17-18 key. 11-15—Mataduree: Namoonni Yeroo Fedhii Dhabanitti Ilaalcha Sirrii Qabaadhaa. (th qoʼannaa 16)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Yihowaan Akka Si Ilaalutti Of Ilaali”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 44 qabxii 5-6, maal baratte?, irra deebii fi galma
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 111 fi Kadhanna