BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Warra Kaan Akka Yihowaan Isaan Ilaalutti Ilaali
Yoshaafaax Mootichi, Ahaab Mootichaa wajjin hariiroo sirrii hin taane uume (2Se 18:1-3; w17.03 24 key. 7)
Yihowaan Yoshaafaaxiin sirreessuuf Yehuu erge (2Se 19:1, 2)
Yihowaan wantoota gaggaarii Yoshaafaax raawwate yaadateera (2Se 19:3; w15 8/15 11-12 key. 8-9)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Dadhabina obboloonnii fi obboleettonni koo qaban irratti xiyyeeffachuu dhiisee akkuma Yihowaa amaloota gaggaarii isaan qaban irrattin xiyyeeffadhaa?’