BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yihowaan Gocha Ija Jabinaan Raawwatamu ni Eebbisa
Yoshaabetii fi abbaan manaa ishii Yehoyaadaan, Yoʼaasiin Ataaliyaa irraa eeganiiru (2Se 22:11, 12; w09-AM 4/1 24 key. 1-2)
Yehoyaadaan Yoʼaasiin mootii gochuuf ija jabinaan tarkaanfii fudhateera (2Se 23:1-11, 14, 15; w09-AM 4/1 24 key. 3-5)
Yehoyaadaan moototaa wajjin waan awwaalameef ulfinni addaa isaaf kennameera (2Se 24:15, 16; it-1-E 379 key. 5)
KANA IRRATTI XIINXALI: Kutaa waaqeffannaa koo isa kam irrattan caalaatti ija jabina agarsiisuu qaba?