Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Caamsaa 22-28

2 SEENAA BARAA 25-27

Caamsaa 22-28

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Yihowaan Wanta Kana Irra Baayʼee Caalu Siif Kennuu ni Dandaʼa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Se 26:4, 5—Obboloota bilchaatoo gorsa gaarii nuuf kennan qabaachuun barbaachisaa taʼuu isaa ilaalchisee fakkeenya Ooziyaa irraa maal baranna? (w07-AM 12/15 10 key. 1-2)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Se 25:1-13 (th qoʼannaa 12

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 136

  • Jireenya Bara Baraa Argachuuf Aarsaa Akkamiiyyuu Kaffaluu (Mar 10:29, 30): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Waadaan Yesuus Maarqos 10:29, 30 irratti gale maal gochuuf nu kakaasuu qaba? Yesuus jalqaba irratti yommuu obboloonni isaa isatti amanuu didan maal godhe? Waaʼee miseensota maatii keenya Dhugaa Baatota hin taanee maal sammuutti qabachuu qabna?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 46

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 51 fi Kadhannaa