BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Wanta Kana Irra Baayʼee Caalu Siif Kennuu ni Dandaʼa”
Amaaziyaan diinota Waaqayyoo waraanuuf loltoota qacare (2Se 25:5, 6)
Namni Waaqa dhugaa tokko Amaaziyaan loltoota kana gara mana isaaniitti akka deebisu isa gorse (2Se 25:7, 8; it-1-E 1266 key. 6)
Yihowaan Amaaziyaadhaaf maallaqa inni baase caalaa deebisee isaaf kennuu dandaʼa (2Se 25:9, 10)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Caalaatti guutummaatti Yihowaa tajaajiluuf aarsaa akkamii kaffaluun dandaʼa? Kunoo eebbawwan akkamii naaf argamsiisuu dandaʼa?’—Mil 3:10; w21.08 30 key. 16.