Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Akkaataan Guddinaa Kee Gaarii Taʼuu Baatus Yihowaa Tajaajiluu ni Dandeessa

Akkaataan Guddinaa Kee Gaarii Taʼuu Baatus Yihowaa Tajaajiluu ni Dandeessa

Akaaz Mootichi inni abbaa Hisqiyaas taʼe wantoota jibbisiisoo raawwateera (2Se 28:1; w16.02 14 key. 8)

Hisqiyaas abbaan isaa fakkeenya gaarii isaaf taʼuu baatus inni Yihowaa tajaajiluu filateera (2Se 29:1-3; w16.02 14 key. 9-11)

Hisqiyaas warri kaanis amanamummaa dhabuun abboota isaanii Yihowaa tajaajiluu akka dhaaban akka isaan hin goone isaan jajjabeesseera (2Se 29:4-6)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Dargaggoota warri isaanii Yihowaa hin tajaajilleef madda jajjabinaa taʼuu kanan dandaʼu akkamitti?’