Waxabajjii 12-18
2 SEENAA BARAA 32-33
Faarfannaa 103 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yeroo Rakkinaatti Madda Jajjabinaa Taʼaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
2Se 33:15, 16—Fakkeenya Minaasee irraa maal barachuu dandeenya? (w21.10 4 key. 11-12)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Se 32:1-15 (th qoʼannaa 11)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4) Yaada fuula dhumaa Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu irra jiru mariisisi, achiis qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu akka jalqabu affeeri. (th qoʼannaa 6)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenniif. (th qoʼannaa 17)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 10 qabxii 5 (th qoʼannaa 19)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Gantummaa Irraa Of Eegaa”: (Daq. 10) Marii fi viidiyoo.
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 48 qabxii 1-4
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 90 fi Kadhannaa