BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yeroo Rakkinaatti Madda Jajjabinaa Taʼaa
Senaaheriib Yihudaa weeraree fi Yerusaalemiin sossodaachisee ture (2Se 32:1; it-1-E 204 key. 5)
Hisqiyaas Yerusaalemiin eeguuf tarkaanfii qabatamaa taʼe tokko tokko fudhateera (2Se 32:2-5; w13 11/15 19 key. 12)
Hisqiyaas wantoota dubbateen saba Waaqayyoo jajjabeessera (2Se 32:6-8; w13 11/15 19 key. 13)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yeroowwan rakkisoo taʼanitti obboloota koo gargaaruu kanan dandaʼu akkamitti?’