BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Dubbii Waaqayyoo Irraa Guutummaatti Fayyadamaa Jirtuu?
Yosiyaas Dubbii Waaqayyoo sirriitti dhaggeeffateera (2Se 34:18, 19; Fakkii qola isaa irra jiru ilaali)
Hiika wanta dhaggeeffachaa jiru sanaa hubachuuf carraaqqii cimaa godheera (2Se 34:21; it-1-E 1157 key. 4)
Wanta barate irratti hundaaʼee tarkaanfii fudhateera (2Se 34:33; w09 6/15 10 key. 20)
AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Waaʼee Yihowaa wantan Kitaaba Qulqulluu isa Dubbii isaa taʼe irraa baradhe dafee hojii irra nan oolchaa?’