Waxabajjii 26–Adoolessa 2
IZRAA 1-3
Faarfannaa 75 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Akka Sitti Fayyadamu Heyyami”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Iz 1:5, 6—Israaʼeloota Baabilonitti hafan tokko tokko irraa maal baranna? (w06-AM 1/15 19 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Iz 2:58-70 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniif. (th qoʼannaa 9)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 10 maal baratte?, irra deebii fi galma (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Maree Jalqabuudhaan Gammachuu Argadhaa”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 49 qabxii 1-5
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 132 fi Kadhannaa