BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Yihowaan Akka Sitti Fayyadamu Heyyami
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Izraa jedhamu taphachiisi.]
Israaʼeloota akka gadhiisuuf Yihowaan hafuura Qiiros Mootichaa kakaaseera (Iz 1:1-3; w22.03 14 key. 1)
Yihowaan mana qulqullummaa deebisanii akka ijaaraniif hafuura saba isaa kakaaseera (Iz 1:5; w17.10 26 key. 2)
Atis yoo of dhiheessite Yihowaan fedhii isaa raawwachuuf wanta inni barbaade akka taatu si gochuu dandaʼa.