Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Waxabajjii 5-11

2 SEENAA BARAA 30-31

Waxabajjii 5-11

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 74

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Deebii Deebisuuf Qophaaʼi: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis, kan dandaʼamu yoo taʼe, ijoollee xixinnoo gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Walgaʼii irratti deebii deebisuuf qophaaʼuu kan dandeessan akkamitti? Deebii deebisuuf yoo carraa argachuu baannellee gammadoo taʼuu kan dandeenyu maaliifi?

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 10) Viidiyoo jiʼa Waxabajjiitiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff irra deebii kutaa 3

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 115 fi Kadhannaa