Caamsaa 13-19
FAARFANNAA 38-39
Faarfannaa 125 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. Garmalee of hin Ceephaʼinaa
(Daq. 10)
Garmalee of ceephaʼuun baʼaa baayʼee guddaa taʼe baachuu wajjin walfakkaata (Fr 38:3-8; w20.11 27 key. 12-13)
Dogoggora kanaan dura raawwatan irratti xiyyeeffachuu mannaa karaa Yihowaa gammachiisuun jiraachuu keessan itti fufuuf murteessaa (Fr 39:4, 5; w02-AM 11/15 20 key. 1-2)
Of ceephaʼuun kadhachuun akka isinitti ulfaataa yoo godhellee kadhachuu keessan itti fufaa (Fr 39:12; w21.10 15 key. 4)
Garmalee of ceephaʼaa jirtu taanaan, Yihowaan cubbamoota yaada geddarataniif ‘dhiifama guddaa’ akka godhu yaadadhaa.—Isa 55:7.
2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu
(Daq. 10)
Fr 39:1—Qajeelfama “afaan koo hidhee nan eeggadha” jedhu yeroowwan akkamiitti hojii irra oolchuu dandeenya? (w22.09 13 key. 16)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Fr 38:1-22 (th qoʼannaa 2)
4. Mala Qabeessa Taʼi—Phaawulos Maal Godhe?
(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA taphachiisi, achiis, lmd barumsa 5 qabxii 1-2 irratti mariʼadhaa.
5. Mala Qabeessa Taʼi—Fakkeenya Phaawulos Hordofi
(Daq. 8) lmd barumsa 5 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” isa jedhu irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu
Faarfannaa 44
6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 15)
7. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii
(Daq. 30) bt boq. 9 key. 17-24, Saanduqa ful. 81 irra jiru