Waxabajjii 10-16
FAARFANNAA 48-50
Faarfannaa 126 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. Warri, Amantiin Maatiin Keessan Jaarmiyaa Yihowaarratti Qabu Akka Cimu Godhaa
(Daq. 10)
Ijoolleen keessan Yihowaa fi jaarmiyaa isaatti akka dhihaatan gargaaraa (Fr 48:12, 13; w22.03 22 key. 11; w11 3/15 19 key. 5-7)
Ijoollee keessan seenaa jaarmiyaa Yihowaa barsiisaa (w12 8/15 12 key. 5)
Fakkeenya taʼuudhaan maatiin keessan qajeelfama jaarmiyaa Yihowaa akka hordofu leenjisaa (Fr 48:14)
YAADA WAAQEFFANNAA MAATIIF TAʼU: Darbee darbee jw.org irraa viidiyoowwan kutaa “jaarmiyaa keenya” jedhu jalatti baʼan ilaalaa, akkasumas irratti mariʼadhaa.
2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu
(Daq. 10)
-
Fr 49:6, 7—Israaʼeloonni qabeenya isaanii ilaalchisee maal yaadachuu qabu turan? (it-2-E 805)
-
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Fr 50:1-23 (th qoʼannaa 11)
4. Hin Sodaatin—Yesuus Maal Godhe?
(Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. VIIDIYICHA Taphachiisi, achiis lmd barumsa 6 qabxii 1-2 irratti mariʼadhaa.
5. Hin Sodaatin—Fakkeenya Yesuus Hordofi
(Daq. 8) lmd barumsa 6 qabxii 3-5 fi “Caqasoota Kanas Ilaali” isa jedhu irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 73
6. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa
(Daq. 15)