Waxabajjii 24-30
FAARFANNAA 54-56
Faarfannaa 48 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)
1. Waaqni Si Cina Jira
(Daq. 10)
Yommuu sodaattu akkuma Daawit Yihowaatti amanami (Fr 56:1-4; w06 8/1 23-24 key. 10-11)
Yihowaan jabaattee dhaabbachuu kee ni dinqisiifata, akkasumas si gargaara (Fr 56:8; cl 292 key. 9)
Yihowaan si cina jira. Wanti kamiyyuu miidhaa dhaabbata akka sirraan geessisu hin heyyamu (Fr 56:9-13; Rom 8:36-39; w22.06 18 key. 16-17)
2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu
(Daq. 10)
-
Fr 55:12, 13—Yihowaan, Yihudaan Yesuusiin akka ganu dursee murteessee turee? (it-1-E 857-858)
-
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa warra kaaniif hiruu barbaaddu akkamii argatte?
3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu
(Daq. 4) Fr 55:1-23 (th qoʼannaa 10)
4. Marii Jalqabuu
(Daq. 3) LALLABA ADDABABAYII. Qophii Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisuuf goone ibsiif, akkasumas kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 11)
5. Hordofii Gargaari
(Daq. 4) KARAA ALIDLEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. (lmd barumsa 7 qabxii 4)
6. Haasaa
(Daq. 5) w23.01 29-30 key. 12-14—Mataduree: Jaalalli Kiristoosiif Qabnu Ija Jabeeyyii Taʼuuf Nu Kakaasa. Fakkicha ilaali. (th qoʼannaa 9)
Faarfannaa 153
7. Gammadoo Taʼuu ni Dandeenya . . . Goraadeen Jiraatus
(Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.
VIIDIYICHA taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:
-
Muuxannoo Dugbee irraa maal baratte? Kunoo yeroo sodaattutti si gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?
8. Viidiyoo Wantoota Jaarmiyichi Raawwate Jedhuu fi Jiʼa Waxabajjiitiif qophaaʼe
(Daq. 10) VIIDIYICHA taphachiisi.
9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii
(Daq. 30) bt boq. 11 key. 11-19