Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Caamsaa 10-16

LAKKOOFSA 30-31

Caamsaa 10-16

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Wareega Keessan Raawwadhaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 30:10-12—Elqaanaan wareega Haannaan Yihowaa akka tajaajiluuf Saamuʼeliin kennuuf wareegde irratti akka walii gale akkamitti beekna? (1Sa 1:11; it-2-E 28 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 30:1-16 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 5

  • Uumama Irraa Jabaatanii Dhaabbachuu Baradhaa: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis tokkoon tokkoon biqiltootaa fi bineeldota viidiyicha irratti ibsaman ilaalchisee gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu. Uumamni kun waaʼee jabaatanii dhaabbachuu maal nu barsiisa? Nuti hoo jireenya keenya keessatti ija jabina akkasii argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 8 key. 16-22

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 4 fi Kadhannaa