Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wareega Keessan Raawwadhaa

Wareega Keessan Raawwadhaa

Israaʼelonni wareega kan wareegan fedhiidhaan kakaʼanii ti; taʼus wareega isaanii raawwachuuf dirqamni isaanii irra jira (Lak 30:2; it-2-E 1162)

Wareega wareeguun wantoota dogoggora hin taane irraa illee of qusachuu gaafachuu dandaʼa (Lak 30:3, 4; it-2-E 1162)

Yihowaan haala waaqeffattoonni isaa keessatti argamaniif xiyyeeffannaa ni kenna (Lak 30:6-9; w04-AM 8/1 27 key. 3)

Wareega yeroo harʼaatti Kiristiyaanni tokko wareeguu dandaʼu keessaa hundumaa irra kan caalu waadaa yommuu Yihowaadhaaf of murteessu galuu fi waadaa gaaʼelaa ti.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Wareegawwan wareege raawwachaan jiraa?’