Caamsaa 17-23
LAKKOOFSA 32-33
Faarfannaa 142 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Jiraattota Biyyattii Hundumaa Of Duraa Ariʼaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lak 33:54—Biyyattiin gosoota Israaʼeliif kan hihirmte akkamitti? (it-1-E 359 key. 2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 32:28-42 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
“Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Qabxiilee Ijoo Fakkeenyaan Ibsaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Qabxiilee Ijoo Fakkeenyaan Ibsuudhaan jedhamu taphachiisi.
Haasaa: (Daq. 5) w09-AM 10/1 30, saanduqa—Mata Duree: Yihowaan Waraana Israaʼelonni Durii Geggeessaan Deggeraa kan Ture Maaliifi? (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 8 key. 23-27 fi saanduqa 8B
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 107 fi Kadhannaa