Caamsaa 24-30
LAKKOOFSA 34-36
Faarfannaa 33 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaatti Kooluu Galaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Lak 35:31—Addaamii fi Hewaan aarsaa furii Yesuus irraa fayyadamuu kan hin dandeenye maaliifi? (w91-E 2/15 13 key. 13)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 34:1-15 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisi. (th qoʼannaa 9)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) fg barumsa 2 key. 9-10 (th qoʼannaa 19)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Michuu Yihowaa Taʼi— Adabni Jaalala Argisiisa: (Daq. 6) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis, kan dandaʼamu taanaan, ijoollee xixinnoo dursitee qopheessite gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Yeroo tokko tokko adabni kan si barbaachisu maaliifi? Adabni kan si fayyadu akkamitti? Yihowaan kan nu adabu maaliifi?
“Adabni Jaalala Yihowaa Argisiisa”: (Daq. 9) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo “Yihowaan Warra Jaallatu ni Adaba” jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 9 key. 1-9 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 93 fi Kadhanna