Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Caamsaa 3-9

LAKKOOFSA 27-29

Caamsaa 3-9

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 82

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Namoota Jaalladhu: (Daq. 6) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis, kan dandaʼamu taanaan, ijoollee xixinnoo dursitee qopheessite gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Ijoolleen mana barumsaa Piiriyaan akka isaanitti dhihaattu kan hin barbaanne maaliifi? Soofiyaan Piiriyaa akka jaallatu kan argisiiste akkamitti? Namoota si irraa adda taʼan akka jaallattu argisiisuu kan dandeessu akkamitti?

  • Michuu Dhugaa kan Jedhamu Nama Akkamii ti?: (Daq. 9) Mareedhaan kan dhihaatu. Animeeshinii gabatee adii taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Hiriyaan filattu tokko nama akkamii taʼuu qaba? Hiriyaa gaarii eessaa argachuu dandeessa? Hiriyaa gaarii argachuu kan dandeessu akkamitti?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 8 key. 8-15 fi saanduqa 8A

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 16 fi Kadhanna