Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Ijoolleen durbaa Zelofehaad dhaala abbaa isaanii gaafachaa jiru

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wal Caalchisu Irraa Fagaachuudhaan Fakkeenya Yihowaa Hordofaa

Wal Caalchisu Irraa Fagaachuudhaan Fakkeenya Yihowaa Hordofaa

Ijoolleen durbaa Zelofehaad shanan dhaala abbaa isaanii argachuu barbaadanii turan (Lak 27:1-4; w13 6/15 10 key. 14; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Yihowaan utuu wal hin caalchisin murtoo kenneera (Lak 27:5-7; w13 6/15 11 key. 15)

Nutis namoota wal caalchisuu hin qabnu (Lak 27:8-11; w13 6/15 11 key. 16)

Obboloota keenyatti kabajaa fi jaalala amanamaa argisiisuudhaan, akkasumas namoota haala gara garaa keessatti argaman hundaaf lallabuudhaan akkuma Yihowaa namoota akka wal hin caalchisne argisiisuu dandeenya.