Caamsaa 31–Waxabajjii 6
KEESSA DEEBII 1-2
Faarfannaa 125 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Murtiin kan Waaqayyoo Ti”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Kes 1:19; 2:7—Yihowaan sabni isaa waggaa 40f “lafa onaa guddaa fi sodaachisaa taʼe” keessa yeroo deemaa turanitti kan isaan kunuunse akkamitti? (w13 9/15 9 key. 9)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 1:1-18 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 16)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Nama haasofsiistuuf waraqaa affeerrii walgaʼii gumii kenniifiitii viidiyoo Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 11)
Haasaa: (Daq. 5) w13 8/15 11 key. 7—Mata Duree: Dubbii Dogoggoraa Dubbachuus Taʼe Dhagaʼuu Irraa Fagaadhaa. (th qoʼannaa 13)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Dhuma ‘Guyyoota Dhumaatiif’ Qophaaʼoo Taʼaa”: (Daq. 15) Jaarsa gumiitiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Balaawwan Uumamaatiif Qophooftaniittuu? jedhamu taphachiisi. Jira taanaan, yaadachiisa waajjira damee fi qaama jaarsolii irraa ergame dubbadhu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 9 key. 10-17
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 64 fi Kadhanna