Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Murtiin kan Waaqayyoo Ti’

‘Murtiin kan Waaqayyoo Ti’

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Keessa Deebii jedhamu taphachiisi.]

Jaarsoliin ‘qajeelummaadhaan murtii kennuu’ qabu (Kes 1:16; w96-AM 3/15 23 key. 1)

Jaarsoliin ‘murtii kennuu irratti looguu’ hin qaban (Kes 1:17; w02-AM 8/1 9 key. 4)

Gumii keenya keessatti jaarsolii qabaachuu keenyaaf dinqisiifannaa akka qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?—Ibr 13:17; Yaq 5:13-15